Ethiopia video sharing site- shashetube
Welcome
Login / Register

Jalalan Jirachuu

Nama jalanu tokko mishaa isa malee bada isaa irratti xiyyefachuu dhabuu.

Yeroo tokko sena abba mana fi hadha mana tokko dhagayeen turee, Hasawa gababadu irratti wali dhabani turani hasaya sana boda , walin hodani turani ( wal dubbisu didani turani). Isaani lammenu dura dubbisu hin barbane. Abban mana ganama subi sa’aa 12:00 ka’uu qaba turee kanafi hati mana wanta asin duraa kaftuf , afanin itti dubachuu wanta hin hinfenef , waraqa diqoo irrati “ganama sa’aa 12:00 na kasi “jedhee barresse kayefi rafe.

Guyya itti anuu ganama yeroo abban mana ka’u sa’aan 2:00 ta’era , Guddise aridhaan isaa jirti isheen jedheeti yeroo ka’uu isheenis waraqaa cituu irratti , “sa’aan 12:00 ta’eera ka’ii” jettee barressite bira ketefi turtee.

Yoo jalalan jirachuu barbane walif dhifama gochuu barachuu qabna. Macaafa qulqullu kessati “ Ari kessani irratti lafti akka isinitti hin dhine wanta hundayu callaa jalala irra kaya ” kana jecuhuun.

Karaa mataa kessani demu , ykn ajendaa mataa kessani irra jalala dursaa jechuudha. Efesoni 3:17 irrati phawulos:” Hundi kenna jalala irratti yoo ijarmane hundi kenyaa humna qunqulota qabana jedha” Yeroo jalalan walin jirachuu filanuu, humnafi gargarsaa Gofta argana hunda irra walitti dhufenyaa Gari qabana.

Hundumti kenyaa nama jalanu kessatti wanta garii isaani Dalagani male wanta hamma isani rawatani irratti xiyyefachuu hin qabnuu. Wanti tokko kan abba mana kiyya irra jaladhu tokkoo wantota hamma namoni dalagani hin argu nati fakkata , Garuu arguu dhabee otuu hin tane. Wanta hamma namni dalagu irratti xiyyefachuu dhabudhafi.

Kanuma Goftan yesuus kiristos kan nu barsise , bakke farisoni bayyeen wali gayaniti dubarti sebara irrati qabamte qabani itti fidani. Seri yeroo sani turee Dhakkadhaan rebamte haajjefamtu kan jedhuu turee. Goftan dalagaa isheetiif itti hin dheekamne. Garuu farisotani “ Namoni isini kessaa qulqullu ta’ee dhakka isaa duraa isheet haa darbatuu “ jedheen.

Namoni hundumti ofi isani kessa lalu jalqabane dubartis dhisani deman.Hundumti kena rakkina nama lalufi dhakka darbachuu hin dadhabnuu garuu, Namota birrafis hayama kenufi qabna namotni kunin rakkina isaan kessa darbani hin benuu. Rakkina issan qabanis hin hubanuu. Midhama onnee fi rakkina isaa irra jiruu hin beeknu.

Goftani namoni dubartiti himatani hagaa deemanin booda “Anile siti hin dhekamuu , deebite cubuu hin hojjatin ka’ii demi jedheeni”

Mee jalalan walin deemu habaranu , Mani qoqodame wanta kufufi , Mana kenyaa kessanti nagaa qabachuun bayee barbachisa. Dhifama gaffachuuf nama isaa jalqaba ta’aa. Dhifama namaf godhuuf arifadha.

Hamma iddo kana yoo dubisate atuu obsa qabada , “ obsa qaba jedhi comment godhii jalati”

Namni wayi al tokkoo gafi na gafatee turee , ati abba mana kee walin waliti dubatuu ? Dhuguma waliti dubana garuu , Abban mana kiyya jalalan akka walin deemnuf sammu isaa wanta amansiseef , waliti hin bunuu , wati irratti wali hin galee yoo hin jirane irratti akka wali hin gali wali gale walin demna garuu , yeroo tokko tokkoo yoo dogongori  kan isaa ta’ee bayee tokkoo obsa kiyya dhabaa. Yeroo anafi abban warra kiyya walifune , ani wanta offi dalaguuf tahu inuman dalaga wanti hundi karaa kiyyan akka rawwatu barbada , garuu yeroon booda waqaayyoo nati dubatee. Halaa kiyya kana yoo hin jijjire abba mana kiyya gara nama badati akka issa jijjiru naaf hubatame. Abba mana kiyya guddise jaladhaa. Amali isaas akka jijjiramu hin barbane. Kanafi amala kiyya kessa wanta jijjiru qabu hunda sirrese.

Ademsa jalala kessatti namoni  yeroo murasan booda Jalalan akka walin deemu qabana hin dagatani. Kana booda onnen isaani akka jijjirame hubatani. Yeroo bayee hin dagetuu anafi isheen nama garagarati bayee nati jijjiramte , ykn jijjirame jedhuu

Anaaf Abban mana kiyya jalalan akka walin deemu qabnu wali yaddachifna , Nama jiruu kessani kessatti dhufee kana Goftatu isinif kene waan tahef gamaa kessanin fayyaluma kessani yoo mudhiftani waqayyoo isinif wanta bayee kan issin ebbisuni qaba. Tokkon tokkon kessani kabaja wali qabadhaa. Akka mataa kessani kabajamu barbadani isinis kabajaa. Sana booda waqayoo wanta isaa irra egamu hin rawwata achin booda Jalalan jiratuu.

Hamma iddo kana yoo dubisate atuu obsa qabada , “ obsa guddaa qaba jedhi comment godhii jalati”

Author : Victoria Osteen 


Post your comment

Comments

Be the first to comment

Related Articles

  • Kennaa fi dandetii
    Kennaa fi dandetii
    Kennaa fi dandetii nuuf kename hala akkamitin gutuman Gututti itti fayyadamu dandena. Kenna waqayyo nuuf kennenis akkamiti...
  • Who are you ( ati enyuu)?
    Who are you ( ati enyuu)?
    Ati enyuu? Gaffii kana yoo isin gafadhuu Maqaan kiyyaa abalu abalu … Jedhama akka nan jetani.utuu hin tanee ati eny...
RSS